Tuesday, September 17, 2013


(Madda Oduu ABO/MOA/Fulbaana 16,2013)Mootummaan Wayyaanee dhiibbaa saboota cunqurfamoo biyyattii irratti gaggeessamaa ture daran jabeessuun itti fufaa  jiruun waajjiroota galmee garaa garaa itti kuufatu dhaabbatuun ni beekama. Akka kanaan magaala Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Ona  9 keessatti manni galmee Qophaa’inaa fi walta’insaa qaama waajjirootra kanneenii kan tahe5/09/2013 ganama keessaa sa’a 6:30-tti  guutummaan barbadaa’ee …
Waamicha Walgahii Uummataa Akkuma beekamu uummanni keenya erga gaafa Habashaan cabee wanjoo gabrummaa itti fe’amee qabee hacuucamaa fi ajjeefamaa har’a gahe. Kana iggitti itti tolchuufis ta’e wanjoo gabrummaa kana ofirraa gatuuf waan uummatoonni gabrooman hojjetanii gabrummaa jalaa of baasan hundayyuu hojjennee yoo argamne qofaa biyya …
1 2 3 5

No comments:

Post a Comment